donate

Gumaacha

Websiten keenya, seenaa gootota Oromoo qorachuun, dhaloonni seenaa isaa akka baratuu fi aadaa fi afaan isaa akka tiksuuf kunuunsuuf hojii guddaa hojjechaa jira. Kanaaf, gumaachi keessan baay’ee barbaachisaa dha. Waan dandeessan nuuf gumaachuun , kaayyoo kana galmaan gahuu keessatti ashaara keessan kaa’uu hin dagatinaa. Yoo waliin taanee hojjenne seenaa keenya hin badu, ormaanis nu jala hin dabu, dhokatees hin hafu. Kanaaf waliin taanee dhaloota ammafis ta’ee dhaloota dhufuuf galaa seenaa ol keenya ha dabarru siniin jenna! Lakkoofsa Herrega armaan gadiin waan dandeessan nuf gumaachaa.

Donation

Our website is dedicated to preserving the history of Oromo heroes, ensuring that future generations learn about their heritage and protecting the Oromo language and culture. To achieve this, your support is crucial. Your contribution, no matter the amount, plays a significant role in helping us reach our goal. Together, we can ensure that our history is not lost, that we are not forgotten, and that the legacy of our people endures. By working together, we will pass down our rich history to both present and future generations. Please consider donating using the account details below to help us make this vision a reality.

1030700432629

Jorgo Bakala Abdisa

1000088002117

Jorgo Bakala Abdisa

+251 995443919

Jorgo Bakala Abdisa

+251715747108

Jorgo Bakala Abdisa