Baga gara Maarsaariitii keenyaatti nagaan dhuftan

Namni seenaa isaa hin beekne , Akka Bishaan gabatee irraa, Gara argetti jallata!

about us

Jorgoo Baqqalaa Abdiisaa

Ani Jorgoo Baqqalaa Abdiisaati. Miidiyaalee hawaasaa irratti seenaa Gootota Oromoo fi aadaa uummata Oromoo beeksisuu fi barsiisuu irratti hojjadha.

I am Jorgo Bakele Abdisa, and I am dedicated to promoting and educating people about the history and culture of the Oromo people through social media.

key features

Hojiiwwan keenya warreen ijoo

Our primary goal is to research the history of Oromo heroes and present it in an appealing and concise manner, to preserve and promote the Oromo culture and language, and to share quotes from scholars in a well-organized and engaging way for the next generation.

Seenaa Goototaa Qorachuuf barreessuu!

“Seenaa gootota Oromoo qorachuun dhaloonni amma jiruuf dhaloonni dhufuu eenyummaa isaa sirnaan akka hubatu, gootummaa fi aarsaa kaleessaa irraa onnee fi injifannoo akka gonfatuuf gargaara. Eenyummaa fi Aadaa saba keenyaa akka hin dagatamneef, jabina, gootummaa fi qaroomina kalleessa tiksuu fi cimsuuf seenaa goototaa oromoo sirnaan barreefama ol ka’aamuu qaba!
“Seenaa barreessuun dhalootaaf bu’uura jabaa uumuudha. Qabsoo fi aarsaan Gootota dhaloonni biyya akka jaallataniif , aadaa fi seenaa isaa kabajuun ofitti akka boonaniif jajjabeessa.

Aadaa Oromoo guddisuu!

Aadaa fi afaan saba tokko kunuunsuuf, guddisuunis bu’aa ol-aanaa fi calaqqee jabaa qaba; kun eenyummaa fi ulfina saba sanaa barreeffama keessatti bifa miidhagaa fi hamilee qabuun agarsiisa. Akeekni isaa dhaloota haaraa keessatti ofitti amanamummaa fi boonsa uumuu qofa osoo hin taane, aadaa, aartii fi seenaa dhaloota irraa dhalootatti akka darbuuf gumaacha guddaadha.

Jechoota Hayyoota sin biraan gahuu!

Jechoonni hayyootaa, gabaaba fakkaataniyyuu, ergaa jabaa fi hiikkaa cimaa qabu. Jechoonni kunneen dhalootarraa dhalootatti darbanii hamilee jabeesuuf, seenaa darbe hubachiisuuf, akkasumas fuulduratti kallattiif akeeka laachuu danda’u. Dhaloonni keenya jechoota kana irraa ogummaa fi hubannaa guddaa akka argatu abdannee, barreeffamaan bifa miidhagaan websaayitii keenya irratti isiniif qooduu jaallanneerra.

Seenaa Goototaa

Firaa’ol Itichaa (Fraol Eticha)

Dachee goototaa fi hayyootan badhaafamte Lixa Oromiyaa, Finca’atti dhalate! Barnoota isaa hanga kutaa afuritti achuma[…]

Seenaa Goototaa

Maammoo Mazammir(1929-1962)

Godina Shawaa Lixaa aanaa Tokkcc Kuttaaycc, magaalaa Gudarii keessatti, abbaa isaa Mazammir Haabtee Dorii fi[…]

Seenaa Goototaa

Ayyaluu Ittisaa(1962-2007)

Baraaf Bakka dhalootaa! Shamarree Ayyaluu Ittisaa abbaa ishee Ittisaa Deebisaa Jiraataa fi harmee ishee Jaal’ee[…]

Kaayyoo keenya

Our mission is to document the proud history of the Oromo people for today’s and future generations, ensuring that our legacy is neither forgotten, lost, nor destroyed. Through this platform, we aim to introduce you to the remarkable heroes of the Oromo community—those who played pivotal roles in the Oromo freedom struggle and made significant contributions to our history.

Seenaa dhalootaaf

Seenaa boonsaa Oromoon qabu dhaloota har’aa fi dhaloota dhufuuf barreessinee ol kaa’uu!

Akka hin dabne fi akka hin badneef

Seenaan keenya akka hin dagatamnee, akka hin dabne fi akka hin badneef ciminaan hojjechuu!

Aadaa fi afaan keenya guddisuu

Seenaa Oromoo calaqqisiisuu fi aadaa, afaanii fi eenyummaa keenya guddisuu irratti xiyyeeffannoon ni hojjenna!

Our team

Daniel Mekonnen

Full Stack Developer

A dedicated full stack developer skilled in building scalable applications and creating seamless user experiences.

Bethelem Aseffa

Content creator

Bethlehem plays a vital role in our team by using social media to promote the history and culture of the Oromo people. Through her efforts, she helps make Oromo heritage more widely known and appreciated!

Bona Saba

BSc in Computer Science at USA

Our esteemed sponsor, supporting and empowering our initiatives to drive impactful solutions in technology and community service. His partnership strengthens our mission and vision.

Yaadi keessan baay’ee nu barbaachisaaa!

Website keenya kana irraa yeroo hunda akka barattaniif fi kan sin gammachiisu taasisuuf hojjachaa jirra. Kanaaf jecha, yeroo ammaa kana maal foyyeessuu akka qabnu fi tajaajila haarawa akkamii akka dabaluu qabnuuf yaada keessan akka nuuf qooddan kabajaan isin gaafanna. Walumaa gala maal akka nurraa eegdan nuf barreessuu hin dagatinaa!