Waa’ee Koo

Waa’ee koo

Jorgoo Baqqalaa Abdiisaa

Ani Jorgoo Baqqalaa Abdiisaati. Miidiyaalee hawaasaa irratti seenaa Gootota Oromoo fi aadaa uummata Oromoo beeksisuu fi barsiisuu irratti hojjadha.

Kaayyoon koo guddaan seenaa gootota Oromoo kan barreeffameefi kan hin barreeffamne qorachuun, viidiyoo gabaabaa bifa nama hawwatuun qopheessuun miidiyaalee hawaasaa irratti maxxansuudha. Kunis akka uummanni keenyi eenyummaa fi seenaa isaa sirriitti hubatee eenyummaa isaan boonu gochuufidha.

Amma immoo, karaa weebsaayitii kanaa isin waliin wal quunnamnee barreefama gaggabaabaa fi nama hawwatuun seenaa gootota Oromoo fi eenyummaa keenya barsiisuuf beeksisuuf, yaalaa jirra.

Hojii seenaa, aadaa, fi eenyummaa Oromoo kunuunsuu kana keessatti, warri hojii na waliin hojjechuuf fedhii qabdan yookaan nu gargaaruuf fedhii qabdan hundi, nu qunnamuu ni dandeessu.

Jorgo Bekele Abdisa 

I am Jorgo Bakele Abdisa, and I am dedicated to promoting and educating people about the history and culture of the Oromo people through social media.

My main goal is to research both the documented and undocumented history of Oromo heroes, create engaging short videos, and share them on social platforms. This effort is aimed at helping our community better understand and take pride in their rich identity and heritage.

Now, we are expanding our reach through this website, where we share short and captivating articles about the history of Oromo heroes and our cultural identity. If you are interested in collaborating with us or supporting our mission to preserve the history, culture, and identity of the Oromo people, we invite you to reach out to us.

Thank you for joining us on this journey of discovery and celebration of our heritage!

This version maintains the essence of your message while improving